Quantcast

Trending Articles


Raayyaa abbaa Maccaa Part 1

View Article

WALALOO HAALA YEROO

Oromummaa dhugaan kalee manaa baanee Diinaan jilbiiffannuun qabsaa’uuf muranneeHadhaa fi cinqii meeqa dhandhamanneeHar’a guyyaa keessaa maaliif jijjiiramnee?Irbuu kaleessaa san dhiiroo ni...

View Article


IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)

Hagayya 2, 2015 IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO) Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku. Ummanni...

View Article

Abbaa Gadaa Dabbasaa Guyyoo

  Step 3: Place this code wherever you want the plugin to appear on your page.   Dabbasaa Guyyoo Saffarroo – Keenyaa keessatti as buuten dhabame dhabasaa Dabbasaa Guyyoo Saffaroo maanguddoo dhalataan...

View Article

Namni ija takka qabu cirrachaan hin taphatu!

  ARVE SABBOONUMMAA: Barruu kaleessaa katabe Osman Abdulatif sagaleetti jijjire. Galatoomi   Haasaan Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad dhimma sabboonummaa Oromoo irratti kaase waan laaftutti laallee...

View Article


Waaltina Afaanii!

Waaltina Afaanii! Afaan Oromoo erga afaan hojii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’ee waggoota 25 ta’eera. Afaan kanaan waajjiraalee garaa garaa keessatti ittiin hojjetama jira.Kitaaboleen barnootaa ittiin...

View Article

Jechoota Safuu

Jechoota Safuu Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhanni gabbate jedha malee. Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte dubartiin ulfoofte hin jedhu garaatti hafe jedha malee. Nama dubartii nama...

View Article


seena elemoo qilxuu

Seenaa Goota Oromoo Jaal Elemoo Qilxuu    Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa, arra sadarkaa if duuba hin-deebinee fii abdachiisaa geeysee jirti. Dhuma bara 2015 irraa kaasee hamma yoonaatti, lammiin...

View Article

OROMUMMAA -> SABBOONUMMAA -> WAREEGAMA -> WALABUMMAA -> OROMOO

OROMUMMAA -> SABBOONUMMAA -> WAREEGAMA -> WALABUMMAA -> OROMOO Qabsoon Oromoo halkanii fi guyyaa xiinxala itti heddummeessinee busheessuuf yaallu, har’aa sadarkaa eenyullee dura...

View Article

AFAAN OROMOO

 AFAAN OROMOOSeensa:Afaan Oromoo Afaanota Kuush bahaa keessaa tokko ta’ee afaan Gaanfa Afrikaa keesstti ummata baay’eedhaan dubbatamuu dha.Afaan Oromoo barreessuuf, dubbisuuf Qubeen Laatiinii (Roman...

View Article





<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>