Quantcast

Popular Articles


MUL'ATA DHUGOOME!

Hawwii bara dheeraa mul'atakoo cimaaTanin yaadaa ture ganna meeqaantamaQashtii gitan qabne guuttamtuu waa hundaaTakkittii too kuullee tan hin qabne mudaaIsii argachuu koof an baay'een gammada!Wal...

View Article


NAAF BEEKI!

N A A F  B E E K I !Haalaaf amala keetiin qalbiin booji'ameeQaamaa fi qalbii koon sirraahin qabameeYaanni natti duulee an hedduu cinqameeFurmaatan dhabee mala naaf himi mee!Akka durii mitii amma natti...

View Article

Mootummoota Oromiyaa durii keessaa

    Mootummoota Oromiyaa durii keessaa   Guyya har’aas Oromiyaa Kibba Lixaa yaadaan isin geessinee seenaafi mootummoota #Gibee (Shanan Gibee) irraa isin barsiifna. Haaluma kanaan mootummoota nannawaa...

View Article

IF HIN DAGATINAA!

Yoon dhaqullee baadhe carraan AmeerikaaAnuu dhimman qabuu biyyi too AfrikaaTan namaa dhaquudhaaf maaltu ana rakka...Kan achi dheeyxanii taane bakka-bakkaNuma jajjabaadhaa kan jiruu wal arkaa.Isinis...

View Article

AFRAN QALLOO

AFRAN QALLOO Sabboontoota Oborraa,Baabbilee-Dagaa fi AlaaRamaddiin isaanii Afran Qalloo jalaaMee xiqqon dubbadhaa hundi keessan laalaa.Aartii Oromoodhaaf tan bu’ura taateWaggaa shantam dura gaafas tan...

View Article


Jechoota Safuu

Jechoota Safuu Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhanni gabbate jedha malee. Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte dubartiin ulfoofte hin jedhu garaatti hafe jedha malee. Nama dubartii nama...

View Article

Article 20

 AYYAANA GUYYAA WBO AMAJJII 1 NAIROBITTI KABAJAME IRRATTI

View Article


NAMUU NUMA DU'A!

N͆A͆M͆U͆U͆ N͆U͆M͆A͆ D͆U͆'A͆!Hunda hin hanqattu biyyeetu nyaataaHiyyeessas taanaan dureessa qabaataaGaafa guyyaan gahe biyyeen numa yaamtiiDu'a irraa hin oolu ilmi namaa marti!Fedhanis jibbanis waanuman...

View Article

Kana Beektuu?

 Kana Beektuu? Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabbiin du’aa (death penality) akka hafu...

View Article

~~MOOSINNI NI DABRA!~~

Abdii hin kutatin teessee hin hifatinHiraarteen cinqatin ustee hin rakkatinIfiin if eergartee Nama hin komatin!Osoo human qabduu odoo yeroon jirtuuKan ariitee qabdu osoo fiiydee baatuuMoosinni ni...

View Article